HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo 3.2

Licentie: Gratis ‎Bestandsgrootte: 4.19 MB
‎Gebruikersbeoordeling: 0.0/5 - ‎0 ‎Stemmen

Over HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Hiibboo is gelijkwaardig aan Riddle in het Engels, bijna :) Hiibboo of Riddle is een vorm van gissen spel dat is een deel van de folklore van de meeste culturen uit de oudheid. De App bevat weinig Hiibboo vragen in Afan Oromo taal. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo. Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi in gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu. http://om.wikipedia.org/wiki/Hiibboo Beoordeel onze app in de Google Play Store. Bedankt voor het downloaden,